Qeerroon Yunivarsitoota Arbaa Mincii fi Adaamaa Guyyaa Sabaa fi Sablammii Jedhamu Irratti Wallee Warraaqsaan Diddaa Muldhisan

 

December 10, 2012 | Qeerroo

Muddee 09,2012 – Gabaasaa Qeerroo yuunivesitii Arbaa Mincii irraa addeessuun Muddee 8,2012 barattootni Oromoo ayyaana Sabaa fi Sab-lammii magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffame waltajjii wayyaanootaa sirba qabsootiin lafa itti dhiitanii fesheleessanii akka jiran qeerroon mooraa sanii gabaasee jira.Sirba qabsootti dabaluudhaan waraqaan dhaadannoo faajjii dhaabaatiin qophaaye bakkeewwan waltajjii isaanitti kan bittimfame yoo tau barattootni oromoo mooricha keessa jiraataan gammachuudhaan wal gayanii mooraa keessatti sirbaniitu jiru. Sirba kanaanis mufannaan wayyaaneedhaa kan jabaate barattoota kana waltajjii isaanii irraa arihuu malanillee waan hin dandeenyeef barattoota oromoof gadi dhiisanii deeman jedha qeerroon mooraa.

Itti fufee qeerroo yuuniversity Adaamaa irraa addeessuun guyyaama ayyaana kanaa irratti barattootni walgayanii sirba qabsootiin waltajii irratti poolisoota moorichaa fi barsiisota oromoo moorichaa akkasuma hojjettoota kaaffewwanii dhalaa dhiira utuu hin jedhin sirba qabsootiin akka dabarsan gabaasaan qeerroo addeessa.

Advertisements

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 14/12/2012, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s