Barattooti Oromoo 113 University Mooraa kiiloo 4 Keessaa hidhaman 7 Ammoo Gara Malee Reebamuun Gabaafame

Amajjii 03, 2012, Finfinnee (Qeerroo.org) – Diddaan barattoota Oromoo mooraa kiiloo 4 kaleessa eegale har’as akkuma jirutti jabaatee kan itti fufeedha. Walitti bu’iinsi gamlachuu irratti ta’een har’a Amajjii 3 hidhattoota wayyaaneetiin barattootni namni 113 qabamanii mana hidhaa galanii jiru. Barattootni kunis bakka lamatti hiramanii hidhamani,73 bakka tokkotti,40 bakka tokkotti.

Isaan barattoota 73 keessaa barattootni Oromo

o 56,barattootni Amaaraa 8,Tigireen 4,Kibbi 5 yoo ta’an barattoota warra 40 bakka tokkotti hidhaman keessaa ammoo 18 Oromoo,kibbi 3,Tigiree 6,Amaara 13 akka ta’an odeessaan nu qaqqabee jira. Barattoota kanneen keessaa barataa Gammachuu fi Girmaa kan jedhamanii fi kanneen hafan 4 gar malee mada’uudhaan lafeen isaanii caccabuun ogeesssi fayyaa oprasiyoonii ta’anii akka yaalaman jedhamuun mana yaalaa ciisanii jiru,barataan Gammachuu jedhamu kun sadarkaa du’aatti akka eegamaa jiru odeessaan addeessa.
Qabsoon Itti fufa!! Gabrummaan ni kufa!!

Advertisements

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 05/01/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s