Baqattoonni Oromoo 3 humnoota tikaa mootummaa Suudanin ukkaamfaman.

Amajjii 6/ 2013 baqattoonni Oromoo maqaan isaanii, Usmaan Alii Usmaan abbaa ijoollee 2, Ahmed Haadii Abdurahmaani fi Ibsaa Habiib jedhaman humnoota tikaa mootummaa suudani lafa hojii isaanii irraa butanii jiru.Baqattoonni Oromoo kanneen Suudaan gara bahaa magaalaa Kasalaa keessaa ukkaamfaman.

Baqattoonni kanneen torbaan tokko dura bakkuma dalan irraa qaqqabanii qormaata cimaan booda erga gad lakkifamanii yeroo lammaffaa butaman. Sababaan baqattoonni kanneen iggitamanifi ammatti ifa tahuu baatus basaasonni wayyaanee baayyinaan naannoo tana keessa bobbaafamanii jiran harka keessaa akka qaban baqattoonni Oromoo ibsaa jiru. Baqattoonni Oromoo saden mooraa baqattootaa kan tokkummaa mootummootaa UNHCR Suudaan gara bahaa Shagaraab jedhamtu keessatti galmaayanii xalayaa baqattummaa seeran akka qaban baqattoonni ragaa bahu. Waajjirri UNHCR magaalaa Kasalaa baqattoota hidhaman kanneenif hanga ammatti hin dirmanne. Waan taheef hawaasni Oromoo alatti argamtan baqattoota Oromoo hidhamanii haala yaaddessaa keessatti argamaniif akka dirmattan jechuun baqattoonni Oromoo guutummaa Suudaan iyyatan.

Advertisements

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 08/01/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s