Oromo Didichi!!! Waamicha Hiriira Nagaa Oromoota Maraaf!!

Yeroo Ammaan tana lammii keenya biyya abbaa isaa irratti akka lammii lammaaffaatti jiraachuutti dirqametti dabalamee qe’een isaas gara mana hidhaatti jiijjiiramaa jira. Kan mirga isaa fi mirga lammii isaa gaafate/falmate ammoo akka yakka dalageetti mananeen hidhaa akka investmantiitti mootummaan abbaa irree Wayyaanee uummata teenyaaf ijaaretti guuramee reebichi, torturiin, qaamaa hir’isuun, ajjeechaan walumaa galatti miidhaan hagana hin jedhamne irra gahaa jira.

Lammii keenya qe’ee isaarratti, mana isaatti, lafa isaarratti sagalee dhabe nuti ijoolleen isaa biyya ambaa jirru SAGALEE uummata keenyaa addunyaatti dhageessisuufiin dirqama lammummaati!!!

Kanaaf, hiriira nagaa Waldaan Qoranno Oromoo (OSA), Waldaan Walgargaarsa Dargaggoota Oromo Washington DC, Maryland fi Virginia (WWDO) akkasumas Jaarmiyaan Hawaasa Oromo Washington DC wal-ta’uudhaan waa’ee hidhamtoota siyaasaa Oromoo ilaalchise gaafa Amajjii 25, 2013 qopheessan irratti Oromoo marti akka irratti argamee dirqama lammummaa bahu waamicha lammummaa dabarsina!

Tokkummaan Humna!!!

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 08/01/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s