Mooraa Itti baqanne Keessatti Adamsamna!

Baqattoonni Mooraa Shagarabkan Sudan gama bahaa keessa jiraatan jireenyi keenya balaa keessa jira jedhu. Kan silaa dahata nuuf ta’u mooraa baqattootaa nuti keessa jiru nuyiif garuu iddoo sodaa fi bir’annaa ta’ee jechuun yaaddoo isaanii ibsaa jiran.

Gosoonni Rashaayidaa jedhaman mooraa nuti keessa jiraannu gaaffii tokko malee seenuu dhaan baqattoota kaan reebanii kaanis lafa irra harkisaa fudhatanii deemu, san booda achi buuteen isaanii dhabama. Kanneen qabaman keessaa hangi tokko gammoojjii Siinaa erga ga’anii booda bilbilanii sagalee isaanii nu dhageessianis booda irra garuu lafti isaan itti geessaman hin beekamu.

Erga baatii darbee qabee baqattoota kana ukkaamsanii butuun mooraa nuti keessa jiraannu Shagarab keessatti hammaatee nama itti iyyannus wal’aallee har’a bor nutis ukkaamana jechuun sodaa guddaa keessa jirra, hawaasi addunyaa illee sagalee keenya dhaga’ee nuuf haa birmatu jechuun waamicha dabarfatu baqattoonni mooraa Shagarab. Gaaffii fi deebii baqattoota kana waliin geggeessine armaan gaditti dhaggeeffadha.

Gaaffii di Deebii
http://realaudio.rferl.org/voa/AFAN/manual/2013/02/08/3403f111-d09a-49ac-9cf2-c33348552149.mp3

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 09/02/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s