Hirra nagaa Sabboontota Oromoo Awuroophaan Biyya Belgium, Brussels Ta’e

belgium

Hiriirri nagaa April  12 2013 Koree yeroo Oromoota Awuroophaan waayee saamicha Lafa Oromoo irratti mootummaa koloneeffataa Habashaan ta’aa jiruu fi dhiibbaa miriga namoomaa Oromoo irratti raawwatamaa jiru moormuunii fi Mootummoota Awuroophaa hubachiisuuf wiixanamee biyya Belgiem magaalaa Bruussels fuuldura waajjir caffee Awuroophaatti  godhame milkiin xumuramee jira.

April 12 2013 ganama sa’a 10:00 irratti kan eegale hiriirri nagaa kun saamicha dachee oromoo irratti amman kan ta’aa jiru, dararaa baqatoota Oromoo biyyoota ambaattillee raawwatamaa jiran, yakka barattoota Oromoo irratti raawwatamaa jiranii fi dhiibbaa mirga namoomaa walii gala Ormoo irra ga’aa jiran mara balaaleffachuun;  hidhamtootti siyaasaa biyyatti keessa akka gadi lakkifaman gaafatee jira.

Koree qindeessituu kana bakka bu’uun gidiraa sabni Oromoo keessa jiru, Waajjira caffaa Awuroophaa fi itti gaafatamaa waajjira komishinaa Awuroophaa kan haasofsiissan  yoo ta’u dhiimi kun dhageettii argachuun milkiin xumuramee jira.

Suuraawwan hiriira kanaa akka armaan gadiitti do’achuun ni mala

belgium11

belgium9

belgium8

belgium3

belgium7

belgium4

belgium2

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 17/04/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. 1 Comment.

  1. abdii zekeriya

    yaa sabboontota oromo bakka jirtaniti tokkummaan shira mootummaan ‘eth’ ummata oromoo irrati raawwachaa jiru balaaleffadhaa!, Waliin jiraadhaa, waliin hojjedhaa, wal jaaladhaa, hora bulaa bakka jirtaniti

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s