Madda Oduu ABO: WBO Oromiyaa Bahaatti Tarkaanfiilee Injifatnoo Fudhatu Itti fufe!

Gadaa.com

(Madda Oduu ABO/MOA/ Ebla (April) 20, 2013) – Bilisummaa ummata Oromoof wareegama ol aanaa baasaa kan jiru WnBO tarkaanfiilee Oromiyaa bakka adda addaatti fudhatuun diina rifaasisaa fi ummata isaa hamlachiisaa jira. Akka kanaan WnBO Hararge Dhihaa keessa sosso’u tarkaanfii Ebla 5, 2013 Ona Mi’eessoo naannoo Burii Tumtuu jedhamutti fudhateen humna diinaa irraa 3 ajjeesee 5 madeessuu ajaji Godinichaa hubachiise. Kanneen ajjjeefaman keessaa tokko lukkee diinaa gorsii fi dinniinnii yeroo adda addaa kennameef fudhatuu diiduun diina waliin hiriiree ummata basaasuu fi hiisisuu kan hojii bgodhatee sosso’aa ture tahuu ibsi ajaja WBO godinaa Harargee Dhihaa dabalee hubachiisa. Gama biraatiin WnBO Harargee Bahaa keessa sosso’u Ona Mayyuu Muluqqee naannoo Huuseetti duula adeemsiseen magaalaa Huusee Ebla 8 irraa kaasee hanga Ebla 13, 2013tti dhuunfatuun ummata barsiise. Yuriinsa turban tokkoo kana keessattis WBOn ummatni qabsoo keessatti hirmaatnaa isaa beekee qooda irraa eegamu caalaatti akka gumachan hubachiise.

WnBO magaalaa Huusee dhuunfatee turban tokkoof kan keessa ture humna hidhataa magaalaa sana eegaa ture ari’uun akka tahe gabaasi ajaja WBO Godinaa Hararge Bahaa mirkaneesseera.

I.U.Of!!

– Adda Bilisummaa Oromoo

Advertisements

About GETINET DINKAYEHU

Unity of Oromo Struggle is a priority The Oromo want dignity, self-expression, and self-governance. The Oromo want their voices to be heard. The Oromo want sovereignty They want to live together at peace with their neighbors, who themselves also live in freedom exercising their own sovereignty.The struggle for independence will continue until the Oromo question gets proper and just response. A well organized liberation struggle and the spirit of Oromummaa will save the nation’s unity and identity from later day detractors. Long Live Free Oromiyaa!!Down with Colonial forces and their lackeys!!

Posted on 21/04/2013, in Uncategorized. Bookmark the permalink. 1 Comment.

  1. xahaa jihaad

    Tokkumma ABO barii kumaa lama fi afuru barataa injifano ummata Oromo nuhata.u !!!!!!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s